BARATTOOTA KAAMPAASII GUDARIIF Dhimma kaffaltii barattoota internship… — Ambo university students' union — TG.ME

📢 – BARATTOOTA KAAMPAASII GUDARIIF

Dhimma kaffaltii barattoota internship bahan hanga ammaatti isiniif kaffalamuu dhabuu isaa ilaalchisee gaafachaa fi hordofaa turuun keessan ni yaadatama.

Gamtaan Barattootaa qaama dhimmi ilaallatu waliin mari’achaa fi dhimma kana hordofaa kan ture yoo ta’u, turtii fi rakkoo isin mudateef dhiifama isin gaafanna.

Har’a, 11/12/18, qaama dhimmi ilaallatu irra deebi’uun gaafachuun, kaffaltiin keessan akka hojjetamu irratti waliigalameera. Akkuma kaffaltiin hojjetamee xumurameen, kan isin qaqqabu ta'a .

🤝 Gamtaan Barattootaa ammas hanga dhimma kun guutummaatti xumuramutti isinif hordoffii ni taasisa.

🙏 Obsa, hubannoo fi eeggannoo keessaniif galatoomaa!

— Gamtaa Barattootaa


📢 NOTICE – Guder Campus Students

We would like to update you on the delayed internship payments.

The Students’ Union has been following up closely with the concerned body, and today we received confirmation that the payment process will proceed. Once the process is completed, the payment will be transferred to the eligible students.

🤝 We will continue monitoring the process until the matter is fully resolved.

Thank you for your patience and understanding.

— Students’ Union
❤23👍9🤔2
August 17, 2026 5.2K 6