Pireezidaantiin Masrii Abdel Fattaah Al-Siisii ​​akka jedhanitti… — Finfinnee tube — TG.ME

Pireezidaantiin Masrii Abdel Fattaah Al-Siisii ​​akka jedhanitti, Masriin Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa laga Abbayyaa irratti ijaaramee fi eebbifame ilaalchisee, dantaa biyyaalessaa fi nageenya bishaanii ishee eegsisuuf tarkaanfii barbaachisaa ta'e hunda ni fudhatti jedhan https://ift.tt/86w3IVD

BBC News Afaan Oromoo'Masriin nageenya bishaanshee eeguuf tarkaanfii barbaachisaa ta'e ni fudhatti' - Pireezidaant Al-SiisiiPireezidaantiin Masrii Abdel Fattaah Al-Siisii ​​akka jedhanitti, Masriin Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa laga Abbayyaa irratti ijaaramee fi eebbifame ilaalchisee, dantaa biyy…
October 12, 2025 769