@Abaskaahmed · 2.5K subscribers
Time is gold Barumsi bu'uura dinagdee biyya tokkooti,kanaaf wallaallummaa dhabamsiisuuf haa tumsinuu!!!
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/AbaskaahmedIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created December 4, 2021per Telegram
We have been tracking it since August 17, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Godina Harargee Bahaatti Barattoota qormaata kutaa 12ffaa qabxii 500 ol fidan.
#Qumbii 🫶❤️ Baga Gammadan baga gammanne Munawwar Kaliif Qumbii Irraa Congratulations bro kiyya.
Barattoonni qabxii darbiinsa qormaata kutaa 12ffaa har'a galgala sa'aatii 1 irraa eegalanii ilaaluu ni danda’u – Tajaajilicha ✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️📢📢📢📢📢📢 Hagayya 19/2018 Bara barnootaa 2018 barattoonni qormaataa biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan har’a Hagayya 19, 2018 galgala keessaa sa’aatii 1:00 irra…
Urjii dirree barnootaa! Barataa Jaalal Girmaa Kuusaa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Akka Biyyaatti Qabxii Olaanaa 591.6/600 Galmeessee jira.
👉Baga Gammaddan‼️ Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoomse. Haaluma kanaan, bara 2018, akka waliigalaatti barattoonni 550,201 qormaata Kutaa 12ffaa fudhatan.Kanneen qormaata darban 70,544 (12.82%) Oromiyaa keessatti, barattoota qormaata fudhata…