Dear Customers, The automatic deposit verification service has now… — Zena Bet ዘና ቤት — TG.ME

Dear Customers,

The automatic deposit verification service has now been fully restored and is working normally.
You may proceed with deposits as usual, and automatic verification is now available again.

Thank you for your patience and understanding.
Best regards,

Customer Support Team

ውድ ደንበኞቻችን፣
የራስ-ሰር የዲፖዚት ማረጋገጫ አገልግሎት አሁን ሙሉ በሙሉ ተመልሷል እና በመደበኛነት እየሰራ ይገኛል

እንደተለመደው ዲፖዚት ማድረግ ይችላሉ፣ እና የራስ-ሰር ማረጋገጫ አገልግሎቱም እንደገና እየሰራ ነው።
ስለ ትዕግስታችሁና ስለ መረዳታችሁ እናመሰግናለን።
ከሰላምታ ጋር፣

የደንበኛ ድጋፍ ቡድን

Kabajamoo Maamiltoota Keenya,
Tajaajilli mirkaneessa kuusaa maallaqaa (deposit) ofumaan raawwatamu amma guutummaatti deebi’ee hojii isaa sirnaan gaggeessaa jira.

Akkuma yeroo darbeetti, kuusaa maallaqaa gochuu ni dandeessu; mirkaneessi ofumaan raawwatamus amma irra deebi’uun hojiirra jira.
Obsaafi hubannoo keessaniif galatoomaa.
Kabajaan,

Garee Tajaajila Maamiltootaa
August 29, 2026 510 1