VICTORY OFFICIAL (with A.Oromoo Guidance): post #27 — TG.ME

2. Boqonnaa 15-20 baastan keessaa yaada wal fakkaataa kan qaban walitti fiduun yoo baay’ate hanga boqonnaa 10tti gadi buusuu.

Fakkeenyaaf mata dureen VECTOR jedhu 9-11tti waan jirruuf isakan gara boqonnaa tokkootti deebisuuf yaaluu.

Irra caalaatti immoo barattoonni ciccimoon ENTRANCE fudhatan fi Barsiisonni ciccimoon isin bira yoo jiraatan isaan irraas yaada dabalachuun akasitti qopheessu ni dandeessu.

Kana booddee yeroo dhaabbataa fudhachuun qoa’annaa shimdadaa irratti hin hundoofne jalqabuudha.

Fakkeenyaaf VICTORY ACADEMY'n boqonnaa 97 ministeerri barnootaa baase gara walakkaatti hir’isuun barataan kamiyyuu kara salphaa ta’een guutummaa guutuutti darbuudhaaf kan isa dandeessisu qopheessaa jirra.

Kana jechuun fakkeenyaaf barnnoonni Fiiziksii kutaa 9-12tti kan jiru qindaa’ee akkasumas mata dureewwan ENTRANCE EXAM’n baay’inaan irratti bu’uureffatu irratti xiyyeeffachuun boqonnaa 10 qofa kan dubbistan yoo ta’u , Boqonnaawwan barnoota Fiiziksiis ta’e barnoota biroo , barsiisota mooxannoo yeroo dheeraa qabanii fi barattoota UNIVRSITY ciccimootiin haala of eeggannaa cimaatiin guutameen kan qophaa’e yoo ta’u,

Boqonnaawwan qophaa’an kan haala gaariin yoo dubbistan barnoota Fiiziksiis ta’e barnoota biroo garagaltaniiyyuu hin ilaalatan , inumaayyuu guutummaa guutuutti gara gaaffii hojjechuutti kan galtan ta’a.

Yeroo ammaatti , ganna kana keessatti qofa barnoota (subject)shananuu gara boqonnaawwan 8 , 8tii waliin ga’unn danda’ameera.

Akkasumas ji’a bitootessaan asitti matadureewwan hunda waliin ga’anii ni xumuru.

Kana hunda booda ji’oota 3 hafan keessatti gaaffiiwwan waggoota shanii(5) akka isaan hojjetan gochisiifna.

Dhumarrattis soda fi yaaddoo tokko malee ENTRANCE EXAM mo’achuudhaan darbu.

Odeeffannoo dabalataatiif garee VICTORY ACADEMY haasufsiisuu fi gaafachuu ni dandeessu.

Kara TELEGRAM keenya
@micah2003
FI
Kara bilbila keenya

09 45 50 57 27 tti bilbiluun argachuu ni dandeessu.

VICTORY IS A STATE OF MIND!
👍6
September 8, 2024 879