!! Mala kana lamaan utuu hin barin ENTRANCE dhaaf qophaa’uu hin eegalinaa !!
Barattoonni social fi natural ergaan kun isiniif dha.
HUB- Ergaan kun barattoota kutaa gadiitti fi g/galeessaatti hundee cimaa hin qabneef dha.
Fakkeenyaaf barattoonni Ntural ENGLISH’n ala subject 4 kan boqonnaa 97 qabu akka dubbifamuuf qophaa’ee jira.
Kana hundumaa dubbisanii , hubatanii , akkasumas gaaffii barbaachisoo hojjetanii qormaata entrance dhaaf qophaa’uun kan abdii hin qabnee fi kan nama nuffisiisu dha.
Kanaafuu yaaddoo keessan irraa kan bilisa isin baasu mala ajaa’ibaa lama isin biraan geenya.
1. Baay’ina gaaffii ENTRACE EXAM bara 2011-2016tti ba’an odeeffannoo sassaabbachuu.
Fakkeenyaaf barnoota fiiziksii boqonnaa 27 qabo keessaa , gaaffii baay’een kan keessaa ba’u gara boqonnaa 15-20 filattaanii baafachuu.
Dabalataaf akka fakkeenyaatti kan barattoota VICTORY ACADEMY dhaan ba’e gara gadiitti ilaaluu ni dandeessu.
3September 8, 2024 747 1