UNIVERSITY INFO: post #441 — TG.ME

Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018  Ifoome.
----------
BBO -  Adoolessa 15/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11 - 12/2018 Kennamee Ture Har'a  Qabxiin Ibsameera.

Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattotni 50%fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uun beekameera.

#Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii banaa!

Liinkii :- oromia.ministry.et

#Itti_aansuun:- "Check My Result" kan jedhu banaa!
dhumarratti, #Bakka "Registration Number" jiedhu  lakk. Admission keessan galchaa, Bakka" First Name" jedhu Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaaluu ni dandeessu.

@UNIVERSITYINFO25
❤7👍3🔥1🥰1
July 22, 2026 1.9K 4