Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
๐ Qaama Dhiqachuu
๐ Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
๐ Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
๐ถ Yoo danda'ame miilaan deemuu.
๐ Suura Al-Kahfi dubbisuu.
๐คฒ Nabiyyii Muhammad ๏ทบ irratti salawaata baay'isuu.
๐ฟ Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
๐ Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
๐ Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
โฐ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
๐ Qur'aana baay'inaan qara'uu.
๐ฐ Sadaqaa kennuu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Forwarded fromAkkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

August 28, 2026 138