ODUU GAMMACHIISAA!! ๐ŸŽ“ Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo, ๐Ÿ“–โ€ฆ โ€” Dawaa Qalbii โ€” TG.ME

Forwarded fromDHDhaamsa Gaarii
๐ŸŒŸ ODUU GAMMACHIISAA!!

๐ŸŽ“ Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo,

๐Ÿ“– Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 22/8/2026 ykn 16/12/2018 irraa eegala barnoonni Tarbiyaa kan jalqabu ta'a.

๐Ÿ“š Koorsiin kun Kutaa 16 of keessaa yoo qabaatu, Torban sadiif (3f) Dilbata irraa hanga Jimaataatti kan kennamu ta'a.

๐Ÿ”– Koorsii kana keessatti qormaatni torbee (halkan guyyaa jimaataa banamee guyyaa Dilbataa cufamu) lama (2) ni kennama.
Qormaatni xumuraa Torban 4ffaa keessatti kennama.

๐Ÿ“Œ Barattoonni hundi yeroo isaa eeggatanii barnoota akka hordoftanii fi qormaata kennamu yeroo kennamutti xiyyeeffannoo akka hordoftanii qoramtan isin yaadachiifna!!

๐Ÿ’กRabbiin barnoota keessan isiniif haa laaffisu, beekumsa keessan haa dabalu, milkaaโ€™ina fi buโ€™aa gaarii isiniif haa kennu.

Milkaaโ€™ina isiniif hawwina!

#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
August 21, 2026 218