Oro Computer: post #1756 — TG.ME

​🔟 Seera 10: Miidiyaa hawaasaa fayyadamuu hin baay’isin! ⏳ Qabeenyawwan uumamaan siif kennaman qaqqaalii sadan keessaa sammuu kee fi namoota keetti aanee kan jiru yeroo keeti. Gabaabaadhumatti, yeroon kee jireenya keeti. Yeroo kee qisaasessuun jireenya kee qisaasessuudha. Miidiyaaleen hawaasaa bilbi…

August 8, 2026 217