Forwarded fromOro Central Station
Beeksisa Ariifachiisaa Yunivarsiitii Naannoo Oromiyaa BBO wajjiin ta'uun barattoota kutaa 12ffaa xumuranii ulaagaalee qajeelfama kana irra jiru guutan fi fedhii qaban Hagayyaa Bara 2018 irraa eegalee barsiisota barnoota bu'uura boruu sadarkaa sartifikeetiitiin leenjisuu barbaada. Kanaafuu namoonni …
August 6, 2026 193