DV'n deebi'ee jira - Baga Gammaddan! Ji'a 10 dura bulchiinsa Donald… — MUBE TECH 1💎 — TG.ME

DV'n deebi'ee jira - Baga Gammaddan!

Ji'a 10 dura bulchiinsa Donald Trumpiin uggurri DV lottery irra godhamee DV2027 osoo hin guutamin hafee ture. Akkasuma namoonni DV-2026 abbaa carraa ta'an process akka hin godhanne ugguramanii turan.

Amma egaa, Uggurri sun kaafamee namoonni DV-2026 abbaa carraa ta'an process isaanii akka itti fufan hayyamamee jira. Ta'us yeroo baay'ee gabaabaa ta'etu kennamee jira. Hanga September 30'tti xumurachuu akka qaban himamee jira.

Ulagaa haaraa DV haaraa guutuuf:

DV haaraan ji'oota itti aanan keessatti ulaagaa haaraadhaan guutamuuf akka jedhu ibsameera. Ulaagaan sunis paaspoortii qabaachuu fi kaffaltii $1 kaffaluudha.
Asumaan namoonni DV ittiin guutuufis ta'e dhimma biraadhaaf paaspoortii baafachuu barbaaddan bilbila 0946030732 ykn Tg na qunnamaa! Paaspoortii haaraa qofa miti, Kan moofa'es, kan bades haa ta'u tajaajila paaspoortii kamiyyuu nabiraa ni argattu.

Inbox: @MubarakSj

Hub: Guyyaa DV'n guutamu ji'oota itti aanan jedhame malee jala muramee hin ibsamne
@MubeTech1
❤3
September 9, 2026 286 3