Baga_ana_miite😢 Anatti dhiyaattee Maalummaa koo bartee Osoon firraan… — @Mu Az Mahamed official — TG.ME

#Baga_ana_miite😢 Anatti dhiyaattee Maalummaa koo bartee Osoon firraan beekin Keessaa kankoo seentee Eega na dhuunfattee Na hooggante booda Na miidhuuf qophooytee Fidde yaada addaa Baga ana miite Galatoomi ati Siis nin irraanfadha Yaroon numa dhufti.

September 15, 2025 1.9K 10