Konkolaataan elekrooniksii baayyachaa jira. Garuu... ogeessi gahaa ta'e... kan konkolaataawwan kana sirnaan suphuu danda'u baayyee hin jiran jedhamaa jira. Kuni dargaggeessa tokkoof carraa guddaadha. Ammaarraa eegaltee ogummaa kana sirriitti yoo gonfatte... waggaa shan booddee sooreessi si'i. Suphaa bira darbitee... daldalaa konkolaataa ta'uu ni dandeessa. Maaltu beeka?🤔💪 Eenyutu si barsiisa? Dura ji'oota muraasaaf website armaan gadii fayyadami ofumaa of barsiisi: ev.care ifixit.com evrepairdirectory.com Isaan booddee... kaffalii namoota qaamaan barsiisan biratti yeroo muraasaaf baradhu... harka kee hiikkadhu. Meeshalee suphaaf barbaachisan bitadhu eegali. 💥💥 📹✨ Join us 👇 🚀 Job search: 👇 https://t.me/FinnaTech Technological tips: 🛠️👇 https://t.me/Moifani YouTube: 👇 https://www.youtube.com/@moifani Business 💼📈👇 https://t.me/BusinessAcadamy ✨
Konkolaataan elekrooniksii baayyachaa jira. Garuu... ogeessi gahaa… — Moifan Tech — TG.ME
August 23, 2026 672 1 1