๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—ฟ๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ Input VAT fi Output VAT maali? โ€Žโ€ฆ โ€” Moifan Tech โ€” TG.ME

โ€Ž๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—ฟ๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ Input VAT fi Output VAT maali? โ€Ž โ€Ž๐——๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ... VAT maal akka ta'e haa yaadannu: โ€Ž โ€ŽVAT jechuun maamilli ykn fayyadamaan dhumaa gatii oomishaa ykn tajaajilaa irratti %15 dabalee kan kaffalu yoo ta'u, galii mootummaa ta'a. โ€ŽHammi isaa 15% (biyya keenyatti). โ€Ž โ€ŽVAT kan kaffalu fayyadamaa dhumaati (customer). โ€Ž โ€ŽVAT kan walitti qabu qaama gurguruudha. โ€Ž โ€ŽKana hubattee jennaanโ€ฆย  โ€ŽAmma garaagarummaa ๐—ช๐—ต๐—ผ๐—น๐—ฒ๐˜€๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฟ fi ๐—ฅ๐—ฒ๐˜๐—ฎ๐—ถ๐—น๐—ฒ๐—ฟ hubachuun barbaachisaa ta'a: โ€Ž โ€Ž๐—ช๐—ต๐—ผ๐—น๐—ฒ๐˜€๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฟ = daldalaa meeshaa jumlaa gurguru jechuudha (แ‹จแŒ…แˆแˆ‹ แˆปแŒญ). โ€Ž โ€Ž๐—ฅ๐—ฒ๐˜๐—ฎ๐—ถ๐—น๐—ฒ๐—ฟ = daldaltoota meeshaalee jumlaa bitanii fayyadamaa dhumaaf shirshaaroodhaan gurguran jechuudha. โ€Ž โ€Ž๐—ฅ๐—ฒ๐˜๐—ฎ๐—ถ๐—น๐—ฒ๐—ฟ kunneen ๐—ช๐—ต๐—ผ๐—น๐—ฒ๐˜€๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฟ irraa bitanii maamiltoota dhumaaf gurguru. โ€Ž โ€Ž๐—™๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ: โ€Ž โ€ŽTolaan mobaayila jumlaa gurgura (wholesaler), Caalaan immoo Tolaarraa mobaayiloota bitee shirshaaroo gurgura (retailer). โ€Ž โ€Ž๐——๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—ฎ๐˜€๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ: โ€Ž โ€ŽCaalaan yeroo Tolaarraa mobaayila bitu VAT waliin kaffala. (๐—œ๐—ป๐—ฝ๐˜‚๐˜ ๐—ฉ๐—”๐—ง jedhama) โ€Ž โ€ŽCaalaan yeroo mobaayilicha gurguru VAT maamiltoota irraa walitti qabata. (๐—ข๐˜‚๐˜๐—ฝ๐˜‚๐˜ ๐—ฉ๐—”๐—ง jedhama). โ€Ž โ€ŽMeeshaa tokko irratti VAT yeroo lama hin kaffalamu.ย  โ€Ž โ€ŽKanaafuu, Caalaan VAT yeroo wholesaler irraa bitu kaffale sana, maamiltoota irraa deeffata. Kan hafe mootummaaf galcha. โ€Ž โ€Ž๐—™๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ (๐—๐—ถโ€™๐—ฎ ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฒ): โ€Ž โ€Ž1. Caalaan (reseller) mobaayila qarshii 100,000 bitee galcheera.ย  โ€Ž โ€Žย ย  VAT waliin:ย  โ€Žย ย  = 100,000 + (100,000 ร— 15%)ย  โ€Žย ย  = 100,000 + 15,000ย  โ€Žย ย  = 115,000 kaffale.ย  โ€Ž โ€Žย ย  ๐Ÿ‘‰ 15,000 = ๐—œ๐—ป๐—ฝ๐˜‚๐˜ ๐—ฉ๐—”๐—ง jedhama. โ€Ž โ€Ž2. Caalaan mobaayiloota muraasa qarshii 150,000 gurguree jira.ย  โ€Ž โ€Žย ย  VAT waliin:ย  โ€Žย ย  = 150,000 + (150,000 ร— 15%)ย  โ€Žย ย  = 150,000 + 22,500ย  โ€Žย ย  = 172,500 walitti qabame.ย  โ€Ž โ€Žย ย  ๐Ÿ‘‰ 22,500 = ๐—ข๐˜‚๐˜๐—ฝ๐˜‚๐˜ ๐—ฉ๐—”๐—ง jedhama. โ€Ž โ€Ž๐——๐—ต๐˜‚๐—บ๐—ฎ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ: โ€Ž โ€ŽCaalaan mootummaaf kan kaffalu:ย  โ€Ž โ€Ž๐—ข๐˜‚๐˜๐—ฝ๐˜‚๐˜ ๐—ฉ๐—”๐—ง โˆ’ ๐—œ๐—ป๐—ฝ๐˜‚๐˜ ๐—ฉ๐—”๐—งย  โ€Ž= 22,500 โˆ’ 15,000ย  โ€Ž= 7,500 ETB โ€Ž โ€Ž๐Ÿ‘‰ 7,500 = ๐—ฉ๐—”๐—ง ๐—ฃ๐—ฎ๐˜†๐—ฎ๐—ฏ๐—น๐—ฒ jedhama. โ€Ž โ€Ž๐—›๐—ถ๐—ถ๐—ธ๐—ฎ ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ: โ€Ž โ€ŽCaalaan VAT yeroo wholesaler irraa bitu kaffale, booda maamiltoota irraa walitti qabata.ย  โ€Ž โ€ŽYoo ๐—ข๐˜‚๐˜๐—ฝ๐˜‚๐˜ ๐—ฉ๐—”๐—ง Input VAT caalee, garaagarummaa isaan jidduu jiru mootummaadhaaf dabarsa. โ€Ž โ€Ž๐—ช๐—ฎ๐—น๐˜‚๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ: โ€Ž โ€Ž- ๐—œ๐—ป๐—ฝ๐˜‚๐˜ ๐—ฉ๐—”๐—ง = VAT yeroo bitattu kaffaltuย  โ€Ž โ€Ž- ๐—ข๐˜‚๐˜๐—ฝ๐˜‚๐˜ ๐—ฉ๐—”๐—ง = VAT yeroo gurgurtu walitti qabduย  โ€Ž โ€Ž- ๐—ฉ๐—”๐—ง ๐—ฃ๐—ฎ๐˜†๐—ฎ๐—ฏ๐—น๐—ฒ = Garaagarummaa Input fi Output gidduu jiru. โ€Ž โ€Ž ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ ๐Ÿ“นโœจ Join us ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿš€ Job search: ๐Ÿ‘‡ https://t.me/FinnaTech Technological tips: ๐Ÿ› ๏ธ๐Ÿ‘‡ https://t.me/Moifani YouTube: ๐Ÿ‘‡ https://www.youtube.com/@moifani Business ๐Ÿ’ผ๐Ÿ“ˆ๐Ÿ‘‡ https://t.me/BusinessAcadamy โœจ โ€Ž

August 8, 2026 837