Kana Beektu Laata❔: post #362 — TG.ME

https://t.me/KanaBL/229
Telegram
Kana Beektu Laata❔
​​Miseensa polisii Afrikaa kibbaa kan ture Anderi Stander, namni jedhamu bara 1977-1980 A.L.A jidduu baankota shororkeessaa ture. Yeroo laaqanaaf hojii irraa bahu baankii saamuun(hatuun), waaree booda qorataa yakkichaa tahun hojiitti deebi’a ture.😂😂😂 @kanaBL…
September 4, 2026 55