Namoota si arguun isaan gammachiisu, si kabajan, si jaallatan, fi… — JECHOOTA HAYYOOTAA — TG.ME

Namoota si arguun isaan gammachiisu, si kabajan, si jaallatan, fi argamuun kee isaanif hiika qabu waliin jiraadhu. ❤️

━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
❤42👏3👌3
September 6, 2026 3.6K 14