Garaan kee qulqullaa'ee, namoota biroof waan gaarii hojjettee deebi'anii isaan yoo si miidhanii fi Yoo ija tuffiitiin si ilaalan, waan tokko beeki:
Isaan warra eebba dhabanidha. Ati eebbifamaa dha.
Yeroo ammaa kana hubachuu dhiisuu danda'a, battaluma sanatti isaan yaaddessuu dhiisuu danda'a, garuu yeroon booda, duubatti deebi'anii dogoggoruu isaanii ni ilaalu. Isaan amanuu dhiisuu danda'u, garuu gaabbuun isaanii hin oolu.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
14
2September 3, 2026 1.1K 2