እዚህም፣ እዚያም... በሽ ሆነናል!
Asis Achis Ni jirra!
በአህጉራችን ታላቁ የንግድ መዳረሻ በሆነው መርካቶ በየትኛውም አቅጣጫ ሸሪዓዊ ዕሴትዎን ጠብቆ የተዘጋጀ የባንክ አገልግሎት ከሂጅራ ባንክ ፡፡
የደንበኞችን ፍላጎት መሠረት በማድረግ በመርካቶ እና ዙሪያው በንግድ ሥራ ላይ ለተሰማራችሁ እንዲሁም ለግብይት ጎራ ለምትሉ ደንበኞች ባንካችን በከፈታቸው 13 ቅርንጫፎች አገልግሎት በመስጠት ላይ ይገኛል፡፡
መርካቶ እና አካባቢው ሙሉ በሙሉ ሸሪዓውን የጠበቀ፣ ቀልጣፋ አገልግሎት ለማግኘት ሩቅ መሄድ ሳይጠበቅብዎ በሚመችዎ አቅጣጫ የሚቀርብዎትን ቅርንጫፍ ይምረጡ::
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Giddu-gala daldala biyya keenyaa Markaatoo keessa kallattii kamiinuu yoo deemtan tajaajila qajeelfamoota shari'aa eeggate Baankii Hijraa irraa.
Fedhii maamiloota keenyaa bu 'uura godhachuun daladaltootaa fi maamiltoota keenya Markaato fi naannawa ishee jiraniif akkasumas maamiltoota tajaajila bittaa gurgurtaa raawwachuuf gamana dhuftaniif dameeleen baankiii keenyaa 13 tajaajila kennaa jiru.
Tajaajila baankii saffisaa fi guutumaa guututti qajeelfamooa shari'aa eeggate argachuuf iddoo jirtanii kallattii kamiinuu dameewwan keenya armaan gadii keessatti nu argattu
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa
13
8
2
1September 3, 2026 1.7K

