Warqeekoo Yoo dubbatan dubbii qaba Yoo callisan murtii dhaba Silaa… — Qaroo Waamaraa — TG.ME

Warqeekoo

Yoo dubbatan
dubbii qaba
Yoo callisan
murtii dhaba

Silaa.
Gaafa Ture gaafa bule
Akka baraa akka garaa
Keessa ofii Gola ofii
Maaltu namaa baraa?

Warqittiif
❤8👍1
September 9, 2026 1.3K