Warqeeko! Yeroo ati na bira jirtu wanti ani dhabee ture hunduu akka naaf deebi'e natti dhaga'ama. Garuu maal godhu akkuma ati na biraa deemteen deemu isaanis! Nagaankoo, Yaannikoo, Qalbiinkoo....nfaaaWarqee/24K/💎*🖤Koot.me/forallthingseye/560121