Fana kessa bekaa ፋና የውስጥ አዋቂ Fana insider: post #24155 — TG.ME

Lolaan Nepaal keessatti mudateen lubbuu namoota 700 galaafate, namoonni 3,000 ol ammoo achi buuteen isaanii dhabame: BBC, ALJAZEERA, CNN fi miidiyaaleen biyya alaa biroo bal’inaan gabaasaa jiru. Balaan kun balaa baayyee nama gaddisiisudha😩😩
August 30, 2026 22