BARNOOTA DIINAL ISLAAM: post #248 — TG.ME

بسم الله الرحمن الرحيم السلام عليكم ورحمةالله وبركاته فداك أبى وأمى يا رسول الله Namticha Nabii keenya Arrabse Saba keenyaa mitii Haadhaa fi Abbaa keenyallee Osoo ta'ee Diina keenya Humna biraa hin Qabnu Rabbiina Addunyaa kanarratti Dandeetti isaa Namicha kanarratti nuhaa Agarsiisu #Rasuulli keenya Sarara Diimaadha Wanti Addunyaa kanarra jiru kamtunuu hafuu danda'a Rasuulli keenya Arrabsamuurraa Ruuhiin keenya Fidaa siif Haa ta'u Yaa Ashrafa KhalqiLlaah Join and add add friend this group 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Barnoota 👆👆👆👆👆👆👆👆👆 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Barnoota Diinii isalaamaa Ha barannu 💐💐💐💐💐💐💐💐 https://t.me/Barnoota 🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍀

TelegramBARNOOTA DIINAL ISLAAMBarnoota barachuun Dirqama!!
December 5, 2021 10.2K 16