Naannawaan irreecha Hora Finfinnee qulqulleeffame. 'OBN Cyber Media' Fulbaana 23,2017- Hojii qulqulleessuu kanarrattis Abbootiin Gadaa, Amantaafi hooggantoonni Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Magaalaa Finfinnee argamaniiru. Baayiluu Getaachoon. ✔️https://t.me/ABDII_SABBA
October 3, 2024 4K 2