WAAMICHA_BARSIISOTAA Barsiisota Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa gosa… — ABDII SABBA — TG.ME

#WAAMICHA_BARSIISOTAA Barsiisota Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa gosa barnootaa adda addaa qacaramtanii barsiisuuf BBOtti galmooftan hundaaf. ------ BBO - 15/01/2017 Gaafa 19/01/2017 carraa baaftanii manneen barnootaa sad. 2ffaa Godinaalee Oromiyaatti argamanitti waan #Ramadamtaniif, #Koottaa_Carraa_Ramaddii_keessanii_kaasaa! #Iddoo_Carraan_itti_kaafamu:- Magaalaa Adaamaatti, #Giddu_Gala_Qorannoofi_Leenjii_Barnootaa_Oromiyaa #Guyyaa_Dilbataa_19/01/2017 #Sa'aatii 2:30 irratti Galma walgahii Giddu Galeessaa keessatti. #Barsiisotni_Ogummaa_Barsiisummaatiin Yunivarsiitii Adda Addaa irraa bara 2016 diigrii jalqabaatiin BEDn eebbifamaniifi qacaramuuf biiroo keenyatti galamaa'anii turan hunda.

September 28, 2024 2.6K 2 3