KUTAA_12FFAA Bu’aa qormaata kutaa 12ffaan walqabachuun miidiyaalee… — ABDII SABBA — TG.ME

#KUTAA_12FFAA Bu’aa qormaata kutaa 12ffaan walqabachuun miidiyaalee hawaasaa garaa garaa irra oduu sobaa tamsa’uun barattootaafi maatiin barattoota burjaaja’aa jiraachuu miidiyaan @ABDII_SABBA argeera. Bu’aa qormaataan walqabachuun akkuma waggoota dheeraaf taassisaa ture yeroon odeeffannoo qabatamaa sababa isiniin ga’uuf, hangisitti burjaajjii hin barbaachisne irraa of qusachuun yeroo boqonnaa gaarii akka dabarsitan isiniif dhaama. Odeeffannoo qabatamaan akkuma nu qaqqabeeenis kallattin kan isin beeksisnu ni ta’a! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA https://t.me/ABDII_SABBA

August 26, 2024 2.8K 3 6